SlideShare a Scribd company logo
2
Most read
3
Most read
5
Most read
“ NAMNI WAA
HIN DUBBIFNE
WAAN DUBBATU
HIN QABU!"
2/8/2016 Jesus loves you 1
“Macaafa Waaqayyoo keessaa
barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii
Isaatii kana dubbateera. Isa 34:16”
2/8/2016 Jesus loves you 2
Kiristaana Kiristoosin
Akeeka Waaqayyoo isa barabaraa keessa galeera.
 Jalqabumatti kan beekameedha, Rom 8:28,1pet 1:2
 Jalqabumatti kan murtaa’edha,Rom 8:29-30
 Jalqabumatti kan filatamedha,Rom 8:33
 Waaqayyoon kan waamamedha, Rom 8:30,
1Qor 1:9
2/8/2016 3Jesus loves you
Itti fufa…
Waaqayyo waliin araarameera
 Hojii araarsuu Waaqayyootiin, 2Qor 5:18-19 Qol 1:20
 Ofii ofitti araarse ,Rom 5:10 2Qor 5:20 Efs 2:14-17
 Beenyaa argachuun furameera , Rom 3:24 Qol 1:14 1Pet 1:18
Beenyaan gatii baasanii ykn of kennanii waan tokko
oolfachuu dha, kanaaf Kiristoos of kenneetu nu oolche,
1Tim 2 :5-6
Furiin gatii kaffalameen bilisa ba’uu ilaallata HoE 20:28
2/8/2016 4Jesus loves you
Itti fufa…
Wanti itti faradamu hin jiru_duuni fi abaarsi seeraan dhufu
isa hin argatu Rom 8:1, Yoh 3:18 5:24 Gal 3:13
 yakka isaa guutummaatti Yesus baateeraaf 2Qor 5:21 Isa 53:6
Cubbuunsaa hojii Waaqayyootiin haqameera Rom 3:25-26
1Yoh 2:2 4:10
Biyya lafaa jalaa du’ee Waaqayoof ni jiraata
 Kiristoos waliin fannifameera Rom 6:6 Gal 2:20
 Kiristoos waliin du’eera Rom 6:8 Qol 3:3 1Pet 2 :24
 Kiristoos waliin awwaalameera Rom 6:4 Qol 2:12
 Kiristoos waliin du’aa ka’eera Rom 6:4 , 7:4 Qol 2:12 ,3:1
 Kiristoos waliin mirga Waaqayyoo taa’eera Efs 2:7
2/8/2016 5Jesus loves you
Itti fufa…
Firdii seera Museetiin kennamerraa bilisa ba’eera
Amanaan Kiristoos waliin waan du’eef, namni du’e
immoo seeraan waan hin gaafatamneef, firdii
seerri fidu jalaa bilisa ba’eera.
 Seera jalaa du’eera Rom 7:1-6
 Seerri isa hin bitu Rom 7:6 , 6:14 2Qor 3:6-11
Gal 3:25
 Seeraan osoo hin taane hafuuraan geggeeffama
Rom 8:1-4, Rom 8:14-17
2/8/2016 6Jesus loves you
Itti fufa…
Waaqayyorraa lammaffaa dhalateera Yoh 3:1-8 , 1:12 Tit 3:5
 Dubbii Waaqayyoorraa dhalateera Yaq 1:18 1Pet 1:23
 Mucaa Waaqayyoo ta’eera Rom 8:16 Gal 3:26
 Maatii Waaqayyoo ta’eera Yoh 1:12 2Qor 6:18 1Yoh 3:2
 Uumama haaraa ta’eera 2Qor 5:17 Gal 6:15 Efs 2:10
Qaama Kiristoos ittiin du’aa ka’e sana argachuuf jira
Rom 1:3 8:23 “yeroo sana akka ErgamaaWaaqayyoo ta’a
malee amala fooniitiin hin jiraatu!!” Mar 12:24
Fuula Waaqayyoo duratti fudhatama guutuu argateera
 Qajeelummaa isa Waaqayyo qabu sana argateera Rom 3:22
1Qor 1:30 2Qor 5:21 Fil 3:9
2/8/2016 7Jesus loves you
Itti fufa…
 Waaqayyo duratti mudaa hin qabu 1Qor 1:30, 6:11
 Barabaraan nama guutuu(perfected forever) ta’ee jiraata
Ibr 10:14
 Dhaala Waaqayyo biraa qaba Qol 1:12 Efs 1:11
Qajeelaa ta’eera Rom 3:24 5:1 9:30 1Qor 6:11 Tit 3:7
Qajeelinni kunis ayyaana Waaqayyootin karaa amantii kan
argamuudha malee tasumaa tattaaffii abbaatiin kan argamu
miti Rom 3:11-31
Amala Waaqayyoorraa hirmaateera 1Pet 1:3
Kunis lammaffaa Waaqayyorraa dhalachuun amala
argamuudha Yoh 3:9 2Pet 1:6 1Tim 6:6
2/8/2016 8Jesus loves you
Itti fufa…
Lammummaa guutuu isa Waaqarraa argateera
 Wangeelaaf deebii ta’u kenneera Ibr 3:1
 Maqaan isaa galmee jireenyaarratti katabameeraaf Luq 10:20
 Miseensa maatii isa samiirraa ta’eera Efs 2:14-19
 Biyyi isaa samii dha malee as miti Fil 3:20 Ibr 11:14-16
Yoh 14:1-3
Aboo dukkanaa jalaa bilisa ba’eera Qol 1:13, 2:15
Sababni isaas Yesus ifa jireenyaa ta’eeraaf Yoh 8:12
Dukkanni hojii mootummaa Seexanaa keessatti hojjetamu
ta’ee kanneen armaan gadii ilaallata:-
2/8/2016 9Jesus loves you
Itti fufa…
• Yesusin ala abdii malee jiraachuu Mat 4:12-16
• Beekumsa dubbii Waaqayyoo malee jiraachuu Rom 2:20
• Jireenya ofii ulfina Waaqayyootiif oolchuu dhiisuu
Rom 1:20-22
• Wangeelatti amanuu dhabuu 2Qor 4:4-6 Yoh 12:35-36
Gara mootummaa ifaa Ilma Waaqayyootti darbeera Qol 1:13
 Yesus ifa jireenya isaa ta’eeraaf Yoh 8:12
 Waaqayyo Abbaa ifaa ta’eeraaf, kanaaf wanta gaarii
hundumaa Abbaa ifaa biraa fudhachuu danda’a Yaq 1:16-17
 Dubbiin Waaqayyoo ifa ta’eefiti gaggeessa Far 119:105
2/8/2016 Jesus loves you 10
Itti fufi…
 Abbaadhaan Yesus Kiristoosif kennameera
Yoh 10:29 Amanatichi ofuma isaatiinuu ifa biyya lafaa ta’eera
Efs 5:8, Mat 5:14
Hundee hin sochoonerra dhaabateera 1Qor 3:11, 10:4
Efs 2:20
Akka kennaatti Waaqayyo , 17:2, 6, 9, 11,12, 24
Humna cubbuu jalaa bilisa ba’eera Rom 8:2 Fil 3:3 Qol 2:11
Luba waaqayyoo fi Kiristoos ta’eera
 Dhiiga Kiristoosin luba ta’e Rev 1:6 , 5:9
 Luba qulqulluu waan ta’eef kadhachuu fi waaqessuu ni
danda’a 1Pet 2:5
2/8/2016 Jesus loves you 11
Itti fufa…
 Luba Mootummaa waan ta’eef namootatti waa’ee Kiristoos
himuu ni danda’a 1Pet 2:9
Wabiin jireenya barabaraa kennameeraaf Yoh 10:28-29,
Rom 8:32, 5:8-11, 8:38-39 Gal 3:26-29
Amanataarraa wanti eegamu yoo jiraate amantichatti cimee
dhaabachuu qofa dha Qol 1:21-23, 2Tim 2:11
Yeroo barbaade hundatti gara Waaqayyootti dhiyaachuu ni
danda’a Rom 5:2, Efs 2:18 , Ibr 4:16, 10 :19-20
Karaa badhaadhummaan ayyaanaa fi gaarummaa
Waaqayyoo ittiin mul’ateedha
 Karaa jaalalli Waaqayyoo ittiin mul’ateedha Yoh 13:1,
Efs 2:4,5:22/8/2016 Jesus loves you 12
Itti fufa…
2/8/2016 Jesus loves you 13
Karaa ayyaanni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha.
 Ayyaana Waaqayyootiin fayyeera. Efs 2:8-9
 Ayyaana Waaqayyootiin dhaabata,eegamas. Rom 5:2 ;
1Pet 2:9
 Ayyaana Waaqayyootiin tajaajila. Efs 4:7; 1Qor 12:4-11;
1Pet 4:10-11
 Ayyaana Waaqayyootiin qajeelummaa shaakala.Tito 2:11-15
Karaa humni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Efs 1:19, 2:6-7;
2Qor 10:10-11, 13:2-5; Filp 2:13
Amanamummaan Waaqayyoo karaa ittiin mul’ate dha.
Filmona 1-6 Ibr 13:5 , 10:23
Itti fufa….
Karaa nagaan Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Yoh 14:27
Karaa jajjabeessuun Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. 2Tas 2:16
Angafa lubummaa Yesuusiin fayyadamaa ta’a. Rom 8:34
Ibr 7:25, 9:24
Faayidaaleen olitti ibsaman kunniin kan Waaqayoo jireenya
warra amanatanii keessatti qofa raawwatu waan taheef
namoonni hundinuu karaa Yesuus Kiristoosiin Waaqayyo
waliin walitti araaramuu qabu. 2Qor 5:18-20 Ibr 7:25
Kiristoos waliin dhaaltuu Waaqayyooti. Rom 8:17 Efs 1:14,8
Qol 3:24 Ibr 9:15 1Pet 1:4
Kadhanni Yesuus Kiristoos gara Abbaatti godhe ulfina isaa
isa uumamuu biyya lafaatiin dura qaba ture sana
dhaalchiseera. Yoh 17:4
2/8/2016 Jesus loves you 14
Itti fufa…
Kiristoosiin iddoon argama isaa jijjiirameeraaf.
 Jireenyi isaa Kiristoos wajjin Waaqayyoo keessa dhokateera.
Qol 3:4
 Ilma Waaqayyoo waliin tokkummaa uumeera. 1Qor 1:9
 Waaqayyo waliin kan hojjetu ta’eera. 1Qor 3:9 2Qor 6:1
 Hojjetaa kakuu haaraati. 2Qor 3:6
 Ergamaa/Ambassador ta’eera. 2Qor 5:20
 Ergaa isa jiraataa(The living Epistle) ta’eera. 2Qor 3:3
 Hojjetaa Waaqayyoo ta’eera. 2Qor 6:4
Jireenya bara baraa argateera. Yoh 3:15, 10:28, 20:31
Rom 8:1 Efs 2:8 1Yoh 5:11-12
2/8/2016 Jesus loves you 15
Itti fufa…
Uumama haaraa ta’eera.
 Waaqayyoorraa kan dhalate Yoh 1:12 , fedha foonii fi
dhiigarraa kan hin dhalanne dha. Yoh 1:13
 Lammummaan isaa waaqarra kan ta’e Filp 3:20 ,Giriikii kan
hin taane dha. Qol 3:11
 Abaarsa isa lafa kanaa ta’e(Afaan,gosa,sanyii,qomoo) irraa
bilisa kan ta’e dha. Mul 5:9-10
 Dacheerraa waa kan hin eegganne dha. Ibr 13:14
 Warra lafarra jiraataniif akka Ergamaatti tajaajila 2Qor 5:20
Hub. Yeroo Kiristoos lafarra turetti uummanni biyya lafaa
Israa’el(warra kakuu qaban) fi Giriikii(warra
ayizaaboota/ormoota) jedhamanii bakka lamatti qoodamu
ture.
2/8/2016 Jesus loves you 16
Itti fufa…
Gooftaa dhaan ifa biyya lafaa ta’eera
 Hojii dukkanaa waliin hidhata hin qabu; inumaa ifa isaa irraa
kan ka’e hojii hamaanii fi dukkanaa hundinuu ni saaxilamu
Efs 5:7-13, humnoota ifaa(ergamoota) waliin ta’uun seexanaa
fi ergamoota seexanaatiin kan lolu loltuu gaariidha( become
a part of Angelic conflict). 2Tim 2:3 Efs 6:10-18
 Hojii gaarii hundumaan kan mul’atuu dha. Mat 5:14
 Guyyaan Gooftaa akka hattuutti itti hin dhufu 1Tas 5 :4-5
Abdii amantootaa isa eebbifamaa ta’e dhufaatii Gooftaa kan
dammaqinaan eeggatuudha Tit 2:12 , malee waa’ee
guyyichaaf gonkumaa kan yaadda’u miti.
2/8/2016 Jesus loves you 17
Itti fufa…
 Hub: guyyaan dhufaatii Gooftichaa amanataadhaaf guyyaa gammachuu guddaa(Yoh
16:22); guyyaa gonfoo qajeelinaa fudhatu(2Tim 4:8); guyyaa cidha Hoolichaa itti
hirmaatu_ (Mul 19:7-8) fi guyyaa itti moo’udha(Mul 20:6)
 Sagalee abdii irraa karaa Hafuura Qulqulluu hirmaateera
 Hafuura Qulqulluurraa dhalateera Yoh 3:5-8
 Hafuura Qulqulluu dhaan cuuphameera HoE 1:5, 1Qor 12:13
 Mana Hafuura Qulqulluuti Yoh 7:39 Rom 5:5, 8:9 1Qor 3:16, 6:19 Gal 4:6
1Yoh 3:24
 Hafuura Qulqulluudhaan mallatteeffameera 2Qor 1:22 Efs 1:14
 Hafuura Qulqulluudhaan dibameera 1Yoh 2:20, 27
 Kennaan Hafuuraa garaagaraa kennameeraaf 1Qor 12:11, 27-31; 13 :1-2
2/8/2016 Jesus loves you 18
Itti fufa…
Fuula Waaqayyoo duratti kabajameera(Glorified) Rom 8:30
Kiristoosin fuula Waaqayyoo duratti nama guutuu, mudaa
kan hin qabne ta’eera(complete-KJV, perfect-NIV, full-NIV,
blameless-NIV) Efs 1:4 Qol 2:10 Ibr 10;14
Eebba Hafuuraa hundaan eebbifameera Efs 1;3
Cubbuun isaa hundi dhiifameeraaf Rom 4:6-8 Ibr 10:14-18
Humna diinaa hundarratti aboon kennameeraaf
 Bofa(hojii haxxummaa fi dogoggorsaa seexanaa) fi
Torbaanqabaa(hammina ykn miidhaa seexanni qaama
namaa irratti fidu) hunda moo’uu fi too’achuu danda’a
Luq 10:17-19
 Maqaa Yesusin seexanoota namoota keessaa baasa Mar 16:17
2/8/2016 Jesus loves you 19
Itti fufa…
 Harkasaa dhukkubsatootarra yommuu kaa’u isaanis akka
fedha Gooftaatti ni fayyu Mar 16:18 Yaq 5:14
 Milkaa’ina namootaa hundaaf ni kadhata 3Yoh 2
Hafuurri isaa jiraataa ta’eera
Addaam abboommii darbuun tokkummaa hafuuraa
Waaqayyo waliin qabu gargar kute, haaluma kanaan namni
hundinuu cubbuu waan hojjetaniif hafuuraan Waaqayyorraa
gargar ba’an; kunis “du’a hafuuraa” jedhama. Amma garuu
namni kamiyyuu Gooftaa Yesus akka fayyisaa dhuunfaasaa
godhee yoo amanee fi fudhate, tokkummaan hafuuraa adda
cite sun sababa Hafuurri Qulqulluun jireenya nama sanaa
keessa galuuf ni haara’a, itti fufas.
2/8/2016 Jesus loves you 20
Itti fufa…
Yeroo kana hafuurri namaa Hafuura isa ta’e Waaqayyo waliin
tokkummaa uuma, kunis “ hafuurri namaa jiraataa ta’e”
jedhama. Yoh 5:25 ,Rom 8:16
 Hafuura isaatiin Hafuura Qulqulluu waliin tokkummaa waan
uumuuf yaada Hafuura Qulqulluu ni hubata. Rom 8:16
1Qor 2:12
 Hafuurri isaa jiraataa ta’uurraa kan ka’e hojii Waaqayyo
fedhu yoo hojjetu boqonnaa(nagaa)tu itti dhaga’ama
2Qor 7:13, wanta Waaqayyo jibbu yoo arge immoo ni gadda, ni
dallana, ni dhiphatas HoE 17:16
Bara jireenyasaa guutuu Hafuura Qulqulluudhaan guutamuu
waan danda’uuf guutamaa jiraata Efs 5:18
2/8/2016 Jesus loves you 21
Itti fufa…
Waaqayyo Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu waliin gamtaa
fi tokkummaa uumeera.
 Waaqayyo Abbaa waliin Yoh 14:23 Efs 4:6
 Kiristoos waliin Yoh 14:20 Qol 1:27
Kutaa qaama Kiristoos, miseensa waldaa ta’eera 1Qor 12:13
Damee Jirmichaa kan Kiristoos ta’eera Yoh 15:5 Rom 11:17-20
Yaa’ii Gamoo Isa Jiraataa keessa jiraatan keessatti dhagaa
jiraataa ta’ee galeera Efs 2:21-22 1Pet 2:5
Hoolaa Yesus ta’eera Yoh 10:27-29
Garee Misirroo Gooftichaa ti Efs 5:25-27 Mul 19:6-8, 21:9
Luba mootummaa Isaa ta’eera 1Pet 2:9 Mul 1:6 , 5:9
2/8/2016 Jesus loves you 22
Itti fufa…
 Hafuura Qulqulluu waliin Rom 8:9 Yoh 14:16,
7:37-39
Du’aa ka’uu isa jalqabaatti ka’uuf kan abdiin
kennameefidha. 1Qor 15:40-54 , Yoh 11:25, 6:39
1Qor 15:23 Mul 20:6
2/8/2016 Jesus loves you 23
“Macaafa Waaqayyoo keessaa
barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii
Isaatii kana dubbateera. Isa 34:16”
2/8/2016 Jesus loves you 24

More Related Content

PDF
tajaajila wangeelaa
PDF
Barumsa Lallabaa 1ffaa.pdf
PPTX
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
DOCX
Jaalala yesus
DOCX
DOCX
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
PDF
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
PPTX
የመካኒሳ ሙሉወንጌል ቤተክርስቲያን.pptx
tajaajila wangeelaa
Barumsa Lallabaa 1ffaa.pdf
Barumsa Sanbataa_Barnoota2ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Jaalala yesus
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
የመካኒሳ ሙሉወንጌል ቤተክርስቲያን.pptx

What's hot (20)

PPTX
Bibl study power point aragaw final
PPTX
1 john 5
DOCX
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
PPTX
Sin of laziness
PPT
How to study your bible
PPTX
Dl 1 fundamentals of discipleship
PPTX
Three realms of the supernatural
PPT
Effective Bible Study: A Four-Part Method
PDF
Make disciples who make disciples part1
PPT
Things a Christian Should Do Each Day
PPTX
Bibl study power_point_aragaw_final[1]
PDF
Walking In The Light
PDF
The Mission of God
PPTX
Prophetic imagination
PPTX
How to overcome the world
PPTX
Our position in christ
PPTX
Preaching James
PPTX
Training of the senses
PPT
بوربوينت دراسة رسالة بولس الرسول الى اهل غلاطية
PPTX
Walking with God
Bibl study power point aragaw final
1 john 5
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Sin of laziness
How to study your bible
Dl 1 fundamentals of discipleship
Three realms of the supernatural
Effective Bible Study: A Four-Part Method
Make disciples who make disciples part1
Things a Christian Should Do Each Day
Bibl study power_point_aragaw_final[1]
Walking In The Light
The Mission of God
Prophetic imagination
How to overcome the world
Our position in christ
Preaching James
Training of the senses
بوربوينت دراسة رسالة بولس الرسول الى اهل غلاطية
Walking with God
Ad

Viewers also liked (15)

DOCX
Jaalala yesus
PDF
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
DOCX
Safuu jaalalaa
DOCX
Burqaa gammachuu dhugaa
DOCX
Burqaa gammachuu dhugaa
PDF
Du'aa'ii.pdf
PDF
Vol10 ot oromo
PPTX
Megersa ppt 1.2
PPTX
[Challenge:Future] Need some green intervention??? what about community fores...
PDF
community based education phase 3
PPTX
Boqonnaa tokko
DOCX
ጋብቻ.doc
PDF
መውሊድን በተመለከተ.pdf
PPT
The signs and symptoms of dehydration
PPT
Newborn Resuscitation Program
Jaalala yesus
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Safuu jaalalaa
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
Du'aa'ii.pdf
Vol10 ot oromo
Megersa ppt 1.2
[Challenge:Future] Need some green intervention??? what about community fores...
community based education phase 3
Boqonnaa tokko
ጋብቻ.doc
መውሊድን በተመለከተ.pdf
The signs and symptoms of dehydration
Newborn Resuscitation Program
Ad

Similar to Qu'annaa (20)

PPTX
Revelation part one mul'ata Yohannis.pptx
PPTX
Barnoota_11ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
PDF
Oromo - The Epistle of Ignatius to Polycarp.pdf
PPTX
A/Oromo_2022t207.pptx
PDF
Oromo - The Epistle of Ignatius to the Philadelphians.pdf
PPTX
Bu'uura leenjii babal'isuu boqonnaa 1.pptx
PPTX
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
PDF
aoromoo2022nuusa3barnoota1ffaa-220629133443-bfdc3fdb.pdf
PPTX
A_Oromoo_2022nuusa3barnoota1ffaa.pptx
PPTX
LALLABA QILLEENSA IRRAA.pptxddddddddddddd
PPTX
Barumsa Sanbataa_Barnoota4ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
PPTX
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
PPTX
Barumsa Sanbataa 10ffaa Afaan Oromoodhaan.pptx
PDF
Oromo - Testament of Dan.pdf
DOCX
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
DOC
PPTX
Yesus isa Gili'aad talks about your spiritual life you have to improve.pptx
PPTX
Barumsa Sanbataa_Barnoota5ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
DOCX
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Revelation part one mul'ata Yohannis.pptx
Barnoota_11ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Oromo - The Epistle of Ignatius to Polycarp.pdf
A/Oromo_2022t207.pptx
Oromo - The Epistle of Ignatius to the Philadelphians.pdf
Bu'uura leenjii babal'isuu boqonnaa 1.pptx
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
aoromoo2022nuusa3barnoota1ffaa-220629133443-bfdc3fdb.pdf
A_Oromoo_2022nuusa3barnoota1ffaa.pptx
LALLABA QILLEENSA IRRAA.pptxddddddddddddd
Barumsa Sanbataa_Barnoota4ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
Barumsa Sanbataa 10ffaa Afaan Oromoodhaan.pptx
Oromo - Testament of Dan.pdf
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Yesus isa Gili'aad talks about your spiritual life you have to improve.pptx
Barumsa Sanbataa_Barnoota5ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn

Qu'annaa

  • 1. “ NAMNI WAA HIN DUBBIFNE WAAN DUBBATU HIN QABU!" 2/8/2016 Jesus loves you 1
  • 2. “Macaafa Waaqayyoo keessaa barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii Isaatii kana dubbateera. Isa 34:16” 2/8/2016 Jesus loves you 2
  • 3. Kiristaana Kiristoosin Akeeka Waaqayyoo isa barabaraa keessa galeera.  Jalqabumatti kan beekameedha, Rom 8:28,1pet 1:2  Jalqabumatti kan murtaa’edha,Rom 8:29-30  Jalqabumatti kan filatamedha,Rom 8:33  Waaqayyoon kan waamamedha, Rom 8:30, 1Qor 1:9 2/8/2016 3Jesus loves you
  • 4. Itti fufa… Waaqayyo waliin araarameera  Hojii araarsuu Waaqayyootiin, 2Qor 5:18-19 Qol 1:20  Ofii ofitti araarse ,Rom 5:10 2Qor 5:20 Efs 2:14-17  Beenyaa argachuun furameera , Rom 3:24 Qol 1:14 1Pet 1:18 Beenyaan gatii baasanii ykn of kennanii waan tokko oolfachuu dha, kanaaf Kiristoos of kenneetu nu oolche, 1Tim 2 :5-6 Furiin gatii kaffalameen bilisa ba’uu ilaallata HoE 20:28 2/8/2016 4Jesus loves you
  • 5. Itti fufa… Wanti itti faradamu hin jiru_duuni fi abaarsi seeraan dhufu isa hin argatu Rom 8:1, Yoh 3:18 5:24 Gal 3:13  yakka isaa guutummaatti Yesus baateeraaf 2Qor 5:21 Isa 53:6 Cubbuunsaa hojii Waaqayyootiin haqameera Rom 3:25-26 1Yoh 2:2 4:10 Biyya lafaa jalaa du’ee Waaqayoof ni jiraata  Kiristoos waliin fannifameera Rom 6:6 Gal 2:20  Kiristoos waliin du’eera Rom 6:8 Qol 3:3 1Pet 2 :24  Kiristoos waliin awwaalameera Rom 6:4 Qol 2:12  Kiristoos waliin du’aa ka’eera Rom 6:4 , 7:4 Qol 2:12 ,3:1  Kiristoos waliin mirga Waaqayyoo taa’eera Efs 2:7 2/8/2016 5Jesus loves you
  • 6. Itti fufa… Firdii seera Museetiin kennamerraa bilisa ba’eera Amanaan Kiristoos waliin waan du’eef, namni du’e immoo seeraan waan hin gaafatamneef, firdii seerri fidu jalaa bilisa ba’eera.  Seera jalaa du’eera Rom 7:1-6  Seerri isa hin bitu Rom 7:6 , 6:14 2Qor 3:6-11 Gal 3:25  Seeraan osoo hin taane hafuuraan geggeeffama Rom 8:1-4, Rom 8:14-17 2/8/2016 6Jesus loves you
  • 7. Itti fufa… Waaqayyorraa lammaffaa dhalateera Yoh 3:1-8 , 1:12 Tit 3:5  Dubbii Waaqayyoorraa dhalateera Yaq 1:18 1Pet 1:23  Mucaa Waaqayyoo ta’eera Rom 8:16 Gal 3:26  Maatii Waaqayyoo ta’eera Yoh 1:12 2Qor 6:18 1Yoh 3:2  Uumama haaraa ta’eera 2Qor 5:17 Gal 6:15 Efs 2:10 Qaama Kiristoos ittiin du’aa ka’e sana argachuuf jira Rom 1:3 8:23 “yeroo sana akka ErgamaaWaaqayyoo ta’a malee amala fooniitiin hin jiraatu!!” Mar 12:24 Fuula Waaqayyoo duratti fudhatama guutuu argateera  Qajeelummaa isa Waaqayyo qabu sana argateera Rom 3:22 1Qor 1:30 2Qor 5:21 Fil 3:9 2/8/2016 7Jesus loves you
  • 8. Itti fufa…  Waaqayyo duratti mudaa hin qabu 1Qor 1:30, 6:11  Barabaraan nama guutuu(perfected forever) ta’ee jiraata Ibr 10:14  Dhaala Waaqayyo biraa qaba Qol 1:12 Efs 1:11 Qajeelaa ta’eera Rom 3:24 5:1 9:30 1Qor 6:11 Tit 3:7 Qajeelinni kunis ayyaana Waaqayyootin karaa amantii kan argamuudha malee tasumaa tattaaffii abbaatiin kan argamu miti Rom 3:11-31 Amala Waaqayyoorraa hirmaateera 1Pet 1:3 Kunis lammaffaa Waaqayyorraa dhalachuun amala argamuudha Yoh 3:9 2Pet 1:6 1Tim 6:6 2/8/2016 8Jesus loves you
  • 9. Itti fufa… Lammummaa guutuu isa Waaqarraa argateera  Wangeelaaf deebii ta’u kenneera Ibr 3:1  Maqaan isaa galmee jireenyaarratti katabameeraaf Luq 10:20  Miseensa maatii isa samiirraa ta’eera Efs 2:14-19  Biyyi isaa samii dha malee as miti Fil 3:20 Ibr 11:14-16 Yoh 14:1-3 Aboo dukkanaa jalaa bilisa ba’eera Qol 1:13, 2:15 Sababni isaas Yesus ifa jireenyaa ta’eeraaf Yoh 8:12 Dukkanni hojii mootummaa Seexanaa keessatti hojjetamu ta’ee kanneen armaan gadii ilaallata:- 2/8/2016 9Jesus loves you
  • 10. Itti fufa… • Yesusin ala abdii malee jiraachuu Mat 4:12-16 • Beekumsa dubbii Waaqayyoo malee jiraachuu Rom 2:20 • Jireenya ofii ulfina Waaqayyootiif oolchuu dhiisuu Rom 1:20-22 • Wangeelatti amanuu dhabuu 2Qor 4:4-6 Yoh 12:35-36 Gara mootummaa ifaa Ilma Waaqayyootti darbeera Qol 1:13  Yesus ifa jireenya isaa ta’eeraaf Yoh 8:12  Waaqayyo Abbaa ifaa ta’eeraaf, kanaaf wanta gaarii hundumaa Abbaa ifaa biraa fudhachuu danda’a Yaq 1:16-17  Dubbiin Waaqayyoo ifa ta’eefiti gaggeessa Far 119:105 2/8/2016 Jesus loves you 10
  • 11. Itti fufi…  Abbaadhaan Yesus Kiristoosif kennameera Yoh 10:29 Amanatichi ofuma isaatiinuu ifa biyya lafaa ta’eera Efs 5:8, Mat 5:14 Hundee hin sochoonerra dhaabateera 1Qor 3:11, 10:4 Efs 2:20 Akka kennaatti Waaqayyo , 17:2, 6, 9, 11,12, 24 Humna cubbuu jalaa bilisa ba’eera Rom 8:2 Fil 3:3 Qol 2:11 Luba waaqayyoo fi Kiristoos ta’eera  Dhiiga Kiristoosin luba ta’e Rev 1:6 , 5:9  Luba qulqulluu waan ta’eef kadhachuu fi waaqessuu ni danda’a 1Pet 2:5 2/8/2016 Jesus loves you 11
  • 12. Itti fufa…  Luba Mootummaa waan ta’eef namootatti waa’ee Kiristoos himuu ni danda’a 1Pet 2:9 Wabiin jireenya barabaraa kennameeraaf Yoh 10:28-29, Rom 8:32, 5:8-11, 8:38-39 Gal 3:26-29 Amanataarraa wanti eegamu yoo jiraate amantichatti cimee dhaabachuu qofa dha Qol 1:21-23, 2Tim 2:11 Yeroo barbaade hundatti gara Waaqayyootti dhiyaachuu ni danda’a Rom 5:2, Efs 2:18 , Ibr 4:16, 10 :19-20 Karaa badhaadhummaan ayyaanaa fi gaarummaa Waaqayyoo ittiin mul’ateedha  Karaa jaalalli Waaqayyoo ittiin mul’ateedha Yoh 13:1, Efs 2:4,5:22/8/2016 Jesus loves you 12
  • 13. Itti fufa… 2/8/2016 Jesus loves you 13 Karaa ayyaanni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha.  Ayyaana Waaqayyootiin fayyeera. Efs 2:8-9  Ayyaana Waaqayyootiin dhaabata,eegamas. Rom 5:2 ; 1Pet 2:9  Ayyaana Waaqayyootiin tajaajila. Efs 4:7; 1Qor 12:4-11; 1Pet 4:10-11  Ayyaana Waaqayyootiin qajeelummaa shaakala.Tito 2:11-15 Karaa humni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Efs 1:19, 2:6-7; 2Qor 10:10-11, 13:2-5; Filp 2:13 Amanamummaan Waaqayyoo karaa ittiin mul’ate dha. Filmona 1-6 Ibr 13:5 , 10:23
  • 14. Itti fufa…. Karaa nagaan Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Yoh 14:27 Karaa jajjabeessuun Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. 2Tas 2:16 Angafa lubummaa Yesuusiin fayyadamaa ta’a. Rom 8:34 Ibr 7:25, 9:24 Faayidaaleen olitti ibsaman kunniin kan Waaqayoo jireenya warra amanatanii keessatti qofa raawwatu waan taheef namoonni hundinuu karaa Yesuus Kiristoosiin Waaqayyo waliin walitti araaramuu qabu. 2Qor 5:18-20 Ibr 7:25 Kiristoos waliin dhaaltuu Waaqayyooti. Rom 8:17 Efs 1:14,8 Qol 3:24 Ibr 9:15 1Pet 1:4 Kadhanni Yesuus Kiristoos gara Abbaatti godhe ulfina isaa isa uumamuu biyya lafaatiin dura qaba ture sana dhaalchiseera. Yoh 17:4 2/8/2016 Jesus loves you 14
  • 15. Itti fufa… Kiristoosiin iddoon argama isaa jijjiirameeraaf.  Jireenyi isaa Kiristoos wajjin Waaqayyoo keessa dhokateera. Qol 3:4  Ilma Waaqayyoo waliin tokkummaa uumeera. 1Qor 1:9  Waaqayyo waliin kan hojjetu ta’eera. 1Qor 3:9 2Qor 6:1  Hojjetaa kakuu haaraati. 2Qor 3:6  Ergamaa/Ambassador ta’eera. 2Qor 5:20  Ergaa isa jiraataa(The living Epistle) ta’eera. 2Qor 3:3  Hojjetaa Waaqayyoo ta’eera. 2Qor 6:4 Jireenya bara baraa argateera. Yoh 3:15, 10:28, 20:31 Rom 8:1 Efs 2:8 1Yoh 5:11-12 2/8/2016 Jesus loves you 15
  • 16. Itti fufa… Uumama haaraa ta’eera.  Waaqayyoorraa kan dhalate Yoh 1:12 , fedha foonii fi dhiigarraa kan hin dhalanne dha. Yoh 1:13  Lammummaan isaa waaqarra kan ta’e Filp 3:20 ,Giriikii kan hin taane dha. Qol 3:11  Abaarsa isa lafa kanaa ta’e(Afaan,gosa,sanyii,qomoo) irraa bilisa kan ta’e dha. Mul 5:9-10  Dacheerraa waa kan hin eegganne dha. Ibr 13:14  Warra lafarra jiraataniif akka Ergamaatti tajaajila 2Qor 5:20 Hub. Yeroo Kiristoos lafarra turetti uummanni biyya lafaa Israa’el(warra kakuu qaban) fi Giriikii(warra ayizaaboota/ormoota) jedhamanii bakka lamatti qoodamu ture. 2/8/2016 Jesus loves you 16
  • 17. Itti fufa… Gooftaa dhaan ifa biyya lafaa ta’eera  Hojii dukkanaa waliin hidhata hin qabu; inumaa ifa isaa irraa kan ka’e hojii hamaanii fi dukkanaa hundinuu ni saaxilamu Efs 5:7-13, humnoota ifaa(ergamoota) waliin ta’uun seexanaa fi ergamoota seexanaatiin kan lolu loltuu gaariidha( become a part of Angelic conflict). 2Tim 2:3 Efs 6:10-18  Hojii gaarii hundumaan kan mul’atuu dha. Mat 5:14  Guyyaan Gooftaa akka hattuutti itti hin dhufu 1Tas 5 :4-5 Abdii amantootaa isa eebbifamaa ta’e dhufaatii Gooftaa kan dammaqinaan eeggatuudha Tit 2:12 , malee waa’ee guyyichaaf gonkumaa kan yaadda’u miti. 2/8/2016 Jesus loves you 17
  • 18. Itti fufa…  Hub: guyyaan dhufaatii Gooftichaa amanataadhaaf guyyaa gammachuu guddaa(Yoh 16:22); guyyaa gonfoo qajeelinaa fudhatu(2Tim 4:8); guyyaa cidha Hoolichaa itti hirmaatu_ (Mul 19:7-8) fi guyyaa itti moo’udha(Mul 20:6)  Sagalee abdii irraa karaa Hafuura Qulqulluu hirmaateera  Hafuura Qulqulluurraa dhalateera Yoh 3:5-8  Hafuura Qulqulluu dhaan cuuphameera HoE 1:5, 1Qor 12:13  Mana Hafuura Qulqulluuti Yoh 7:39 Rom 5:5, 8:9 1Qor 3:16, 6:19 Gal 4:6 1Yoh 3:24  Hafuura Qulqulluudhaan mallatteeffameera 2Qor 1:22 Efs 1:14  Hafuura Qulqulluudhaan dibameera 1Yoh 2:20, 27  Kennaan Hafuuraa garaagaraa kennameeraaf 1Qor 12:11, 27-31; 13 :1-2 2/8/2016 Jesus loves you 18
  • 19. Itti fufa… Fuula Waaqayyoo duratti kabajameera(Glorified) Rom 8:30 Kiristoosin fuula Waaqayyoo duratti nama guutuu, mudaa kan hin qabne ta’eera(complete-KJV, perfect-NIV, full-NIV, blameless-NIV) Efs 1:4 Qol 2:10 Ibr 10;14 Eebba Hafuuraa hundaan eebbifameera Efs 1;3 Cubbuun isaa hundi dhiifameeraaf Rom 4:6-8 Ibr 10:14-18 Humna diinaa hundarratti aboon kennameeraaf  Bofa(hojii haxxummaa fi dogoggorsaa seexanaa) fi Torbaanqabaa(hammina ykn miidhaa seexanni qaama namaa irratti fidu) hunda moo’uu fi too’achuu danda’a Luq 10:17-19  Maqaa Yesusin seexanoota namoota keessaa baasa Mar 16:17 2/8/2016 Jesus loves you 19
  • 20. Itti fufa…  Harkasaa dhukkubsatootarra yommuu kaa’u isaanis akka fedha Gooftaatti ni fayyu Mar 16:18 Yaq 5:14  Milkaa’ina namootaa hundaaf ni kadhata 3Yoh 2 Hafuurri isaa jiraataa ta’eera Addaam abboommii darbuun tokkummaa hafuuraa Waaqayyo waliin qabu gargar kute, haaluma kanaan namni hundinuu cubbuu waan hojjetaniif hafuuraan Waaqayyorraa gargar ba’an; kunis “du’a hafuuraa” jedhama. Amma garuu namni kamiyyuu Gooftaa Yesus akka fayyisaa dhuunfaasaa godhee yoo amanee fi fudhate, tokkummaan hafuuraa adda cite sun sababa Hafuurri Qulqulluun jireenya nama sanaa keessa galuuf ni haara’a, itti fufas. 2/8/2016 Jesus loves you 20
  • 21. Itti fufa… Yeroo kana hafuurri namaa Hafuura isa ta’e Waaqayyo waliin tokkummaa uuma, kunis “ hafuurri namaa jiraataa ta’e” jedhama. Yoh 5:25 ,Rom 8:16  Hafuura isaatiin Hafuura Qulqulluu waliin tokkummaa waan uumuuf yaada Hafuura Qulqulluu ni hubata. Rom 8:16 1Qor 2:12  Hafuurri isaa jiraataa ta’uurraa kan ka’e hojii Waaqayyo fedhu yoo hojjetu boqonnaa(nagaa)tu itti dhaga’ama 2Qor 7:13, wanta Waaqayyo jibbu yoo arge immoo ni gadda, ni dallana, ni dhiphatas HoE 17:16 Bara jireenyasaa guutuu Hafuura Qulqulluudhaan guutamuu waan danda’uuf guutamaa jiraata Efs 5:18 2/8/2016 Jesus loves you 21
  • 22. Itti fufa… Waaqayyo Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu waliin gamtaa fi tokkummaa uumeera.  Waaqayyo Abbaa waliin Yoh 14:23 Efs 4:6  Kiristoos waliin Yoh 14:20 Qol 1:27 Kutaa qaama Kiristoos, miseensa waldaa ta’eera 1Qor 12:13 Damee Jirmichaa kan Kiristoos ta’eera Yoh 15:5 Rom 11:17-20 Yaa’ii Gamoo Isa Jiraataa keessa jiraatan keessatti dhagaa jiraataa ta’ee galeera Efs 2:21-22 1Pet 2:5 Hoolaa Yesus ta’eera Yoh 10:27-29 Garee Misirroo Gooftichaa ti Efs 5:25-27 Mul 19:6-8, 21:9 Luba mootummaa Isaa ta’eera 1Pet 2:9 Mul 1:6 , 5:9 2/8/2016 Jesus loves you 22
  • 23. Itti fufa…  Hafuura Qulqulluu waliin Rom 8:9 Yoh 14:16, 7:37-39 Du’aa ka’uu isa jalqabaatti ka’uuf kan abdiin kennameefidha. 1Qor 15:40-54 , Yoh 11:25, 6:39 1Qor 15:23 Mul 20:6 2/8/2016 Jesus loves you 23
  • 24. “Macaafa Waaqayyoo keessaa barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii Isaatii kana dubbateera. Isa 34:16” 2/8/2016 Jesus loves you 24